Dhiibbaan Uummataa Musiliimaa Filannoo Yunayitid Isteetis Keessatti Qabu Dabalaa Jira, Jedhame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Uummata Yunaayitid Isteetis keessaa dhibeentaa 2 kanneen ta’an Musiliimota. Garuu dhiibaan ummanni kun filannoo Yunaayitid Isteetis irratti taasisu dabalaa dhufeera. Keessumaa lola Gaazaa keessatti taasifamaa jiruun walqabatee. Gabaasaa Kane Farabaa’uun dhimaa kana irratti qopheesse Bafiqaaduu tu dhiheessa.