Dhimma hongee irratti marii hayyuu Saayinsii waliin taasifame

Your browser doesn’t support HTML5

Hongeen yeroo ammaa , keessumaa kibba fi kibbabahaa Itiyoophiyaatti deddeebi’ee dhifee ummataa rakkisaa jira. Rakkon kun maal irraa ka’e? maaliif deddeebi’ee bakka muraasaa irratti mul’ata?

Midhaa rakkoo kanaan dhufu egereedhaaf too’achuudhaaf ummanni maal gochuu qaba? Mootummaan ykn warren Imaammata bulchiinsaa tolchanu maal gochuu qabu? Gaaffiiwan kana irratti Dr Ahmed Galchuu wajjin marii taasifne qabna. Dr. Ahmed yeroo ammaa dhimma Kunuunsa naannoo irratti Saayintistootaa mootummaa kaanaadaatif hojjatan keessaa tokko. Hayyuu Saayinsii haala qileensaa, haala lafaa fi samii akkasumas haala hawaasaa qoratanuudhaa.

Rakkon hongee kun maaliif bakka muraasa ta’e irratti deddeebi’ee dhufaa? gaaffii jedhuuf deebii kennaniiru