Dhukkuba Ilaalcha Barbaachisu Hin Argatiin Jiru

  • VOA

Faayilii - Nama dhibee sammuu qabu cancalaan mana keessatti hidhamee jiru, Laaybeeriyaa,

Namoota dhibee sammuu qaban cancalaan hidhanii kaa’uun Afrikaa keessatti gochaa gaddisiisaa baratame. Ijoollee haga waggaa kudhanii faa tu warra isaaniin cancalamee kutaa xiqqoo keessa kaa’ama jedha, gabaasaan dhiheenya kana garee mirga dhala namaa Hiyumaan Raayitis Waachiin bahe.

Gochaan gaddisiisaan akkanaa ilaalcha moggaatti qooduu namoota dhibee sammuu qaban irra jiruu fi dhabamuu tajaajila fayyaa namoota dhibee sammuu qabanii irraa ka madde tahuu tu himame.

Gabaasaa Aniitaa Paawol Johaanisberg irraa ergite caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkuba Ilaalcha Barbaachisu Hin Argatiin Jiru