Doo’ii Waaraabessa Kunuunsuu Harargeetti Tuuristoota Hawwachaa Jiru

Your browser doesn’t support HTML5

Doo’ii Waaraabessa Kunuunsuu Tuuristoota Hawwate Harargeetti maaatin oggoota 40 olii waraabessoota nyaata dhiheesuudhan tuuristoota harkisaa ture guddinni magaala Harar bosona haphisaa dhufuun nu yaaddesse jedhan.