Dorgommii Liigii Kubbaa Kaachoo Afrikaa

  • VOA

Dorgommiin Liigii Kubbaa Kaachoo Afrikaa(BAL) yeroo jalqabaatii Dilbata, Camsaa 16, Ruwaandaa Kigaalii keessatti jalqabama.

Dorgommiin BAL gareewwan 12 hirmaachisuu fi ji'a tokkoof tabatamu kun Dhaabbata Kubbaa Kaachoo Biyyoolessaa Ameerikaa NBA dhan ispoonsar godhama.

Kubbaan Kaachoo Afrikaa keessatti san hunda baramaa miti - garuu tabichi bara 1960 keessa ardittii keessatti tabatamuu jalqabe.

Your browser doesn’t support HTML5

Dorgommiin Liigii Kubbaa Kaachoo Afrikaa Boruu Jalqaba