WAASHINGITAN, DIISII —
Qabeenyaa fi mi'a uummataa sochii siyaasaaf oolaa jira jechuun kan himatee Izeemaan Itiyoophiyaa keessatti hidda kan dheereeffate siyaasnii gosaa garee hundumaa of keessatti hammataniin duula na filadhaa gaggeeffamaa jiru irratti dhiibbaa geesisaa akka jiru hubachiisee jira.
Bordiin Filannoo Guutuu Biyyaa gama isaan sochii duula filannoo waliin wal qabatee rakkoo raawwii jiran sadarkaa sadarkaan furuuf hojjataa akka jiru beeksisee jira.