Duulli Ittisa Koovid 19  Sadaasa 9 Itiyoophiyaa Keessatti Jalqabe Itti Fufee Jira 

0(Suruaa faayilii

Taalalliin ittisa Koovid 19 akka guutuu biyyaatti Sadaasa 6 bara 2014tti duulaan kenamu eegalame amma itti fufee kennamaa jira jedhe ministerri fayyaa Itiyoophiyaa.

Talaalliin duulaan kennamaa jiru kun buufataalee fayyaatin ala bakkeewwan yeroof qophaa'innii fi bakkeewwan hojiittis kennamaa akka jiru ibsameera.

Namoonni talaalli kana fudhachaa turan yaada kennaniin talaallichi rakkoo fayyaa fiduu danda'a sodaa jedhuu fi sababa dhiyeenyatti hin arganneef osoo hin fudhatiin turuu ibsan.

Your browser doesn’t support HTML5

Duulli Ittisa Koovid 19  Sadaasa 9 Itiyoophiyaa Keessatti Jalqabe Itti Fufee Jira