Mootummaan Itiyoophiyaa labsii yeroo hattattamaa baatiilee ja’aaf biyyattii ittiin bulchaa ture, baatiilee afur ka biroodhaaf yeroo dheeressee jiru kanatti, paartiileen mormitootaa biyyattii keessatti galmaawanii soch’an akkamitti hojjetaa jiran? Marii siyaasaa paartii aangoo harkaa qabuu fi paartiilee biyyattii 21 gidduutti geggeessamaa ture keessaa ka dhiheenya bahe – gamtaan Medrek, waa’ee marii kanaaf egeree biyyattii maal jedha? Kan yeroo ammaa as Yunaayitid Isteets dhufanii jiran – itti-aanaa dura-taa’aa fi itti-gaafatamaa quunnamtii uummataa Medrek – akkasumas - ittii-aanaa dura-taa’aa Koongiresa Federaalawa Oromoo – Obbo Gabruu Gabre-maariyaam haasofsiisnee jirra.
Kana cuqaasuudhaan gaaffii fi deebii guutuu dhaggeeffadhaa
Your browser doesn’t support HTML5