NAIROBI —
Paartileen Mormituu fi Gumiin Raayya Ittisaa Sudaan eega waliigalanii as nageenyi bu’ee jira, jedhu baqattoonni Oromoo Sudaan keessa jiraatan.
Mormiin biyyattii keessa ture sababaa walii-galtee qaama lameen gidduutti tolfameen dhaabachuu isaa ka dubbatan baqattoonni kun, “wanni egeree garuu ammaatti waan beekamu miti” jedha.
Your browser doesn’t support HTML5