Faaruu Gamtaa Afrikaa Eenyu tu Barreesse?  

Yaa'i 35ffaa Gamtaa Afrikaa, Finfinnee, Guraandhala 5, 2022.

Yaa’iin Gamtaa Afriikaa gidduu kana, Finfinneetti geggeeffamaa turuun isaa ni yaadatama. Gamtaa Afriikaa, kan duraan dhaabbata Tokkummaa Afriikaa jedhamaa tureef faaruu kan barreessan, waloo, barreessaa diraamaa, hayyuu ogbarruu fi aadaa beekamaa Tsaggaayee Gabramadin Qawweessaa turan.

Giddu Gala Qorannoo fi Qo’annoo Aadaa kan yaadannoo Looreet Tsaggaayeef Ambotti hundeeffameef hoogganaa kan ta’an, Yunivarsiitii Ambootti Gargaaraa Piroofeesara Saamu’eel Layikun dhimma kana irratti Nakoor Malkaa dubbisee jira.

Faaruun Gamtaa Afriikaa, Looreet Tsaggaayee barreessan “Tokkummaa fi wal-qixxummaa calaqqisiisa,” jedhan obbo Leeykuun. Qophii Nakoor qindeesse hordofaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Faaruu Gamtaa Afrikaa Eenyu tu Barreesse?