Faayidaa Dinagdee Irreecharraa Argamu Guddisuuf Hojjetaa Jirra, Jedha Waajirri Aadaa fi Tuuriizimii Bishooftuu   

Your browser doesn’t support HTML5

Kaleessa Hora Arsadiitti Ayyaanni Irreechaa kabajamee jira. Waajjirri Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa, ayyaana kana irratti namootni gara Miiliyoona Shanii hirmaachuu hime.

Waajjrri Aadaa fi Tuurimii magaalaa Bishooftuus ayyaanni kun nagaadhaan raawwatamuu himee, sichis gama diinagdeen faayidaa irreecharraa aragamu guddisuuf hojjetaa akka jiru himeera.

Gama biraan jiraattonni magaalaa bishooftuus faayidaa gama diinagdee irreechi qabu fayyadamuuf jirra jedhu.