Lammiiwwaan Kuubaa Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiraataan du'a Fidaal Kaastirootiin gammachuu itti dhagahame karaatti bahanii ibsachaa turan

Lammiiwwaan Kuubaa Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiraatan du'uu Fiidal Kaastiroo gammachuudhan fudhatan, Mayaamii, Flooriidaa, Sadaasa 26, 2016

Pireezdaantiin Kuubaa Rawul Kaastiroo du'a obboleessa isaanii Fiidal Kaastiro TV biyyattii irratti dhihaatanii himan, Havaanaa, Kuubaa, Sadaasa 26, 2016Cuba's
Lammiiwwaan Kuubaa Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiraatan du'uu Fiidal Kaastiroo gammachuudhan fudhatan, Mayaamii, Flooriidaa, Sadaasa 26, 2016
Lammiiwwaan Kuubaa Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiraatan du'uu Fiidal Kaastiroo gammachuudhan fudhatan, Mayaamii, Flooriidaa, Sadaasa 26, 2016
Suuraa hooggaanaa qabsoo Fiidal Kaastiroo Embaasii Kuubaa biyya Chiilee funduratti yaadanaoodhaa olkaawwame
Sababa du'a Fidaal Kaastirooti jecha mootummaan iddoowwaan bashannana halkanii erga cufsiisee booda namoota karaa irra dhadhaabbatan
Imbaasii Kuubaa magaala Landan funduratti namoonni kabaja Fiidal Kaastirooti qaban agarsiisuudhaa abaaboo kaahaa jiran
Fiidal Kaastiroon ayyaana dhalootaa isaa han oggaa 90ffaa Hagayya 13, 2016 yeroo kabajatan
Onkoloolessa 12, 2079 Fiidal Kaastiroon Yaa'ii Mootummoota Gamtoomanii irratti argamee haasaha geggeessee ture, suuraan kun gaafas fudhatame