Finfinnee Keessatti Kanneen Shakkaman Hidhuun Gaggeeffamaa Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Finfinnee Keessatti Kanneen Shakkaman Hidhuun Gaggeeffamaa Jira

Dhalattonni Tigraay kuma hedduun magaala Finfinnee keessatti hidhamaa jiru. Namoonni mana ofii kireessan eenymmaa nama itti kireessanii polisiitti akka galmeessaniif angawoonni ajaja kennuun hidhaan kun hammaachuu mala sodaa jedhu uumee jira.