Finfinneetti Boombiin Dhoosame

  • Namoo Daandii

Magaalaa Finfinnee, naannoo Boolee Bulbulaatti, kaleessa halkan dhuka’aan dhoosamuu namoonni ijaan argan, VOAtti himanii jiran. Poolisiin Finfinnees dho’insi sun dhuguma tahuu dubbatee, garuu ammoo ibsa bal’aa hin kennine. Yeroo dhuka’aan sun dhoosametti kanneen achi turan keessaa tokko, ka dhiheenya hidhaa dhaa hiikaman – itti gaafaatamaa sab-quunnamtii fi dhimma dargaggootaa – Obbo Addisuu Bullaallaa ti.

Gaaffii fi deebii waliin geggeessine dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Finfinneetti Boombiin Dhoosame