Faransaay Liqaa Biliyoona Shanii Sudaan Irraa Qabaataa Turte Haquu Beeksiste

  • VOA

Faransaayiin liqaa Sudaan irraa qabaataa turte kan doolaara Biliyoona shanii haquu isaa beeksiiftee jirti.Jarmaniinis Sudaaniif gargaarsa kan kennituu walgahii Paariis keessatti gaggeeeffame irratti ibsamee jira.

Walgahii Paariis keessatti waa'ee maallaqaa dubbatee irratti Sudaan gara deemookraasitti ce'uumsa gootuu deggeruu fi weerara vaayrasii koroonaa sana booda dinagdee Afrikaatti lubbuu horuu irratti walgahiin kun dubbate.

Your browser doesn’t support HTML5

Faransaay Liqaa Biliyoona Shanii Sudaan Irraa Qabaataa Turte Haquu Beeksiste