Gaaffii fi Deebii Dr. Abiyyi Jarmaniitti Uummata Waliin Taasisan

  • Jaallannee Gammadaa

Gara xumura torban dabree irraa jalqabanii Awurooppaa daawwatanii ka turan – muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa – Dr. Abiyyi Ahimed, Roobii dabre kana, biyya Jarmanii, Isteediyeemii magaalaa Fraankfert keessatti, lammiwwan Itiyoophiyaa fi dhalattoota Ityoophiyaa biyyoota Awurooppaa adda addaa irraa walitti-qabamaniif haasawa dhageessisuu isaanii gabaasnee ture.

Guyyuma sana gaaffiilee adda addaa uummata irraa dhihaataniifis deebii kennanii jiran.

Qophii guutuu dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi Deebii Dr. Abiyyi Jarmaniitti Uummata Waliin Taasisan