Gareen ABO Obbo Araarsoon Hoogganamu Murtii Boordii Filannoo Akka Hin Fudhanne Beeksise

Faayilii - Hoggantoota garee ABO Obbo Araarsoon Hoogganamu

Gareen ABO obbo Ararsoo Biqilaattin hogannamu yaa’ii waliigalaa dhiheenya gaggeesse boordiin filannoo biyyoollessa Itoophiyaa fudhatama dhabsiisuu isaa ka mormu tahuu beeksisee jira.

Murtii boordii fillannoo biyyoollessa mormuun dhimmicha gara mana murtii idileetti gessuuf akka jiran, miseensi hooggansa garee ABO Obbo Araasoo Biqilaan hoogganamu kanaa, Obbo Qajeelaa Mardaasaa VOAf ibsanii jiran.

Your browser doesn’t support HTML5

Gareen ABO Obbo Araarsoon Hoogganamu Murtii Boordii Filannoo Akka Hin Fudhanne Beeksise