Gareen Koongiresii Ameerikaa Itoophiyaatti Namoota Dhiitaan Mirgaa Namoomaa Irra Gahe Wajjin Mari'ate

Kaffaaloo Tafarraa

Gareen koongrasmaan Kiriis Smiizin dursamu Itiyoophiyaa daawwate namoota dhittaan mirga namoomaa isaan irra dhaqaabe waliin mar'ate.

Gareen kun dhaabbilee siyaasaa, dhaabbilee miti mootumaa, Abbootii Gadaa fi jaarmayaalee hawaasaa garagaraa waliin mari'atee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

Your browser doesn’t support HTML5

Gareen Koongiresii Ameerikaa Itoophiyaatti Namoota Dhiitaan Mirgaa Namoomaa Irra Gahe Wajjin Mari'ate