Baalee, Gololchaatti Namoota Albuuda Barbaacha Lafa Qotan Irratti Biyyeen Jigee Namoota Toorba Ajjeese 

FAAYILII - Dinshoo, Baalee

Kaleessa Godina Baalee Bahaa aanaa Gololchaatti namootni bakka qorannoo albuudaaf adda bahe otuu qotaa jiranii biyyeen irratti jigee lubbuun namoota torbaa akka darbe angawoonni aanichaa VOA’tti himanii jiran. Obbo Shallamaa Tecaanee hoogganaan waajjira koomunikeeshinii aanaa Gololchaa reeffi namoota kanaa bakka sanaa baafamee awwaalamuu beeksisanii jiran.

Your browser doesn’t support HTML5

Baalee, Gololchaatti Namoota Albuuda Barbaacha Lafa Qotan Irratti Biyyeen Jigee Namoota Toorba Ajjeese