WASHINGTON, DC —
Gumiin Tokkummaa Abboota Gadaa Oromoo, abboota-gadaa godinaalee Oromiya mara irraa walitti-dhufan wajjiin, Hoteela Riizoortii Soodaree keessatti marii guyyoota sadii geggeessanii jiran. Aboota-gadaa, maanguddoota, shamarran, haadha-siiqqee, Dargaggeewwan, hoogganoota Foollee tu marii kanatti hirmaate – jedhu – Dura-taa’aan Tokkummaa Abboota-gadaa fi Abbaan-gadaa Tuulamaa – Beyyenee Sanbatuu Roobii.
Your browser doesn’t support HTML5