Haallii Qabinsa Mirga Namoomaa Oromiyaa Keesaa Kan Isa Yaaddessu Tahuu Beeksise, Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa  

Komishinichi, Manneen Hidhaa Oromiyaa keessa jiran 21 irratti hordoffii taasiseen baase, ka jedhe gabaasaa isaa haarawa baheen haalli qabiinsa mirgoota namummaa namoota hidhamanii jiranii kan isa yaaddessu tahuu hubachiisee jira.

Dhimma kanarratti aangawoota Oromiyaa irraa deebii argachuuf yaaliin goone ammaaf hin milkoofne.

Your browser doesn’t support HTML5

Haallii Qabinsa Mirga Namoomaa Oromiyaa Keesaa Kan Isa Yaaddessu Tahuu Beeksise, Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa