WAASHINGITAN, DIISII —
Sambat-duraa darbe magaala Landanitti namoonni sadi konkolaataa vaanii fayyadamuudhan namoota naannoo riiqicha ‘London Bridge’ jedhamuuti bashannannaa turn rukkutaan. Haleellaa saniin lubbun namoota torbaa baduu fi shantamaa ol madaahuunibsameera. Ergasii poolisoonnii Landan fi humnoonni farra shororkeessuummaa biyyatti eegumsa cimaa gochaatii jiran.
Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa
Your browser doesn’t support HTML5
Halellaa Landanitti Godhameen Walqabatee Amma Ammaatti Shakkamtoonni 12 To'anna Jala Oolfaaman