Muddee 29, bara 2014 Akka Lakkoofsa Itiyoophiyaatti Mootummaan Itiyoophiyaa hooggantootaa fi miseensota dhaabbilee siyaasaa shakkamanii to’annoo seeraa jala turan himannaa isaanii addaan kutuun manneen hidhaa keessaa gad lakkisuun isaa ni yaadatama.
Himannaan namoota shakkamanii to’annoo seeraa jala turanii kanneeni addaan kutuun ka barbaachise marii biyyaaleessaa hunda galeessa ta’e aggeessuuf akka biyyattii qophii jalqabameef yaadameeti jechuun, Mootummaan ibsa kenne.
SEE ALSO: Waa’ee Marii Biyyaalessaa Akka Geggeessamu Paarlaamaan Itiyoophiyaa Dhiheenya Raggaasisee Paartiileen Siyaasaa Yaada Adda Addaa QabanHiikamuun namoota siyaasaa kun gama seeraan akkamitti ilaalama? Marii biyyaaleessaa taasifamuuf deemuuf hoo furmaata akkamii fidee dhufa?
kan jedhurratti gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu ogeessoota seeraa lama dubbisuun waan qindeesse qabna. Hordofaa.
Your browser doesn’t support HTML5