Hriira Mormii Oromoo DC Keessatti Bahan

Your browser doesn’t support HTML5

Hiriira hardhaatti Oromootii godina Amerikaa gara garaatii dhufan bulchiinsa mootummaa USA, White House, duratti hiriira mormiitiif walti dhufanii achumaan Minsitiri Haajaa Alaa Amerikaa, State Department dhaqanii rakkoolee Oromiyaa keessa jirtu jedhan bulchoota mootummaa kanaatti himatan.