Hiriira Magaalaa Waashington Keessatti Geggeessame

  • Jaallannee Gammadaa

Hiriira Magaalaa Waashington Keessatti Geggeessame

Har’a, jaarmayaalee siyaasaa fi ka Siivilii shantamaa oliin kan waamame, hiriirri mormii guddaan – lammiwwan Itiyoophiyaatiin waajira Ministrii Dhimma-laa Yunaayitid Isteets irraa haga waajira mana-maree yokaan Koongiresii Yunaayitid Isteetsitti geggeessamee jira. Mootummaan Itiyoophiyaa -- Oromiyaa fi naannoolee biyyattii kaan keessatti miidhaa geessisaa jiru dhaabuu qaba – jechuun balaaleffatan. Hiriitota keessaa tokko akkana jechuun, waahgila keenya afaan Amaaraa Alulaa Kebbedeef ibse.

Hiriira Magaalaa Waashington Keessatti Geggeessame

Hiriironni kun, iyyannoo isaanii waajira Ministirii Dhimma-alaatti ka galfatan yoo tahu, yeroo Alulaan as deebi’etti gara Waajira Ministirii Dhimma-alaatti qajeelaa akka turan nuuf ibsee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasni sagalee kunooti