WAASHINGITAN, DIISII —
Biyyoonni Afrikaa, seerawwan Dimookiraasii baasuutti hojii gaarii kan hojjetaa jiran ta’e iyyuu, seerawwan ba’an sana hojii irra oolchuu ilaalchisee garuu, kan waliin-dha’ame ta’uu qorannaan geggeessame tokko beeksisee jira.
Biyyoota baay’ee keessa dimookiraasiin waraqaa irra jiraate iyyuu, haalli jiru garuu kan hirmaannaa uummataatti daangaa godhu ta’uu illee ibsee jira. Itiyoophiyaaf sadarkaa gad-aanaa kenne – ba’iin qorannaa sanaa.
Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa
Your browser doesn’t support HTML5