Hoji-geggeessitoonnii fi Miseensonni Keenna Mootummaan Hidhamaa Jiru Jedha ABOn

Las religiosas de la orden Madre Teresa de Calcuta, expulsadas de Nicaragua, fueron recibidas en Costa Rica. Foto Houston Castillo, VOA.

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan deeggartootaa fi hoggantoota ko hidhaa jira:ABO

Addi Bilisummaa Oromoo ibsa dheengadda baaseen geggeessitootni fi miseensotni isaa humnoota tikaa mootummaatiin hidhamaa jiran, jedhee jira. Waa'ee geggeessitootaa fi miseensota ABO hidhaman jedhamanii Raayyaa Ittisa Biyyaa, Koomishinii Poolisii Fedaraalaa fi ka Finfinnee irraa qulqulleeffachuuf yaaliin haga ammaatti goone hin milkoofne.

Mootummaan Itiyoophiyaa ibsa torban darbe baaseen garuu namoota hidhataniis tahe osoo hin hidhatiin socho'an 835 to'annoo jala oolche, jechuun isaa ni yaadatama. Gabaasaa Naakor Malkaa Naqamte irraa erge caqasaa.