Hoogganaan Waldaa Maccaa fi Tuulamaa Humnoota Mootummaatiin Reebame, Jedhan  

Obbo Dirribii Damisee

Pirezidaantiin Waldaa Wal-Gargaarsaa fi Misoomaa Maccaafi Tuulamaa Obbo Dirribii Damisee torban darbe Humnoota Nageenyaa Mootummaan reebamuu isaanii dubbatan.

Komishiniin Poolisii Federaalaa gaafatamee “Dhimma reebamuu Obbo Dirribii irratti odeeffannoo hin qabu” jedhe.

Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa dhimmicha qulqulleeffadheen ibsa kenna, jedhe.

Gabaasaa guutuu caqaasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Hoogganaan Waldaa Maccaa fi Tuulamaa Humnoota Mootummaatiin Reebame, Jedhan