Hospitaalli Naqamtee fi Amboo namoota biyya alaa jiran irraa gargaarsa meehsalaee argatee ittiin tajaajiluutti jira

Hospitaalii Naqamtee fi Amboo namoota ala jiran irraa gargaarsa meeshaalee argate

Your browser doesn’t support HTML5

Hospitali Amboo fi Naqamtee namota ala jiran irraa gargaarsa argate

Hospitaalli Naqamtee fi Amboo namoota biyya alaa jiran irraa gargaarsa meehsalaee argatee ittiin tajaajiluutti jira

Hospitaalii ispeeshaalaayizidii Naqamtee fi Amboo deggersa meeshaalee wallaansaa dhalattootni naannoo fi namoonni biraa Ameerikaafi Kaanaadaa jiraatanitti kennaniin tajaajiluutti jira.Gargaarsii kun waan hedduu fala tahe.