Humnii Liyyuu Haayil Anaa Baabbilee Keessatti Manneen Jireenyaa Gube: Jiraattoota

  • Jaallannee Gammadaa

Liyyuu Polis Namoota Shan Baabbilee Keessatti Ajjeesan.Tokko Dura Taa’aa Araddaa ti

Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbilee araddaa Barkallee jedhamtu keessatti Liyyuu Haayil kan bulchiinsa naannoo Somaalee manneen jireenyaa gubuu isaan kan ka’e jiraattonni qe’e ofii irraa dheessuu dubbatan.

Jiraattonni magaalaa Baabbilee kanneen Barkallee keessaa firaa fi maatii qaban immoo hiriira ba’uun rakkoo uumamee dhaabsisaa jechuun gaafatan.

Magaalaa Baabbilee keessatti ganama jeequmsii kan ture ta’uus gara galgalaa tasgabii bu’u jiraatonni ibsanii jiru.

Gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Humnii Liyyuu Haayil Anaa Baabbilee Keessatti Manneen Jireenyaa Gube: Jiraattoota