Waajirri Mummicha Ministeera Itiyoophiyaa Haala Yeroo Irratti Ibsa Kenne

  • VOA

Torban kana mana maree mirga namoomaa kan Tokkummaa Mootummootaan murtii raggaasifamee Itiyoophiyaan kan hin fudhanne ta’u fi kunis kaayyoo siyaasaa fixaan baasuuf kan qophaa’ee jechuun waajiira Mummicha ministeeraatti itti gaafatamtuun kutaa preesii Bileenee Siyuum ibsanii jiru.

SEE ALSO: Haala Itiyoophiyaa Kaabaa Irratti Ibsa Tokkummaa Mootummootaa Biraa Kenname

Dhiittaa mirga namoomaa dhaqqaban ammaan dura qorachuuf yaalii ta’e akkasumas isa manni maree mirga namoomaa kan Tokkummaan Mootummootaa fi komishinni mirga dhala namaa kan Itiyoophiyaa waliin gaggeessuun yaada dhiyeessan gatii dhabsisuuf kana murteessan jedhan.

Gabaasa Iskiindiir Freew Finfinnee irraa ergee Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Waajirri Mummicha Ministeera Itiyoophiyaa Haala Yeroo Irratti Ibsa Kenne