Ambo Keessatti Ayyaanni Id Al Adahaa Ka Bara Dabreerra Haala Wayyaawaan Kabajame, Jedhan Jiraattonni 

Faayilii - Ayyaana Eid Al Fatr, Amboo

Godinaa Shawaa Lixaa, magaalaa Amboo keessatti haala itti Ayyaanni Iid Al Adha ara kuma tokkoo fi dhibba afurii fi afurtamii lammaffaan itti ayyaaneffame ilaalchisee, gabaasaan keenya Naakoor Malkaa mana maatii tokkootti argamee dubbisuun gabaasaa qindeesse qaba.

Ayyaanni kun yeroo kabajamu hawaasni Musliimaa harka qalleeyyii yaadachuun wanneen tahan keessaa tokko akka tahe dubbatan miseensotni maatii kanaa fi namootni ayyaanicha kabajan.

Your browser doesn’t support HTML5

Ambo Keessatti Ayyaanni Id Al Adahaa Ka Bara Dabreerra Haala Wayyaawaan Kabajame, Jedhan Jiraattonni