Yaa’iin gaggeessitootaa kan Gamtaa Afriikaa 35’ffaan Sanbata fi Dilbata darbe magaalaa Finfinneetti gaggeeffamee jira. Bulchitoonni Afriikaa yaa’ii kana irratti hirmaatan waa’ee dhiibbaa weerarri dhukkubaa diinagdee fi jiruu hawaasummaa Afriikaanotaarratti fide fi dhimma nageenyaarratti mariyatan. Muummeen Ministiraa Itiyoophiyaa Abiy Ahimad Afriikaan mana maree nageenyaa ka Tokkummaa Mootummootaa keessatti barcuma dhaabbataa akka argattu gaafatanii jiru. Gabaasaa guutuu caqasaa.
Weerara Dhukkubaa fi Dhimma Nageenya - Ijoowwan Dubbii Yaa’ii Gamtaa Afriikaa Bara 2022
Your browser doesn’t support HTML5