Intalli oggaa 16 hijaaba godhattee booksii tabattu, Amaiyaa Zaafar, cimanii mirga ofiiti falminaan, milkaa'uun in danda'ama jetti

Your browser doesn’t support HTML5

Intalli oggaa 16 hijaaba godhattee booksii tabattu, Amaiyaa Zaafar, cimanii mirga ofiiti falminaan, milkaa'uun in danda'ama jetti. Injifannoon ishii fakkenya gaarii ta'uus ibsiti.