Itiyoophiyaa fi Keeniyaan Nagaan Ganna 55 Ollummaan Jiraanne Jechaan Kabajatan

Sirna walitti dhufeenya diiploomaasii Itiyoophiyaa fi Keeniyaa kabajuuf qophaahe, Keeniyaa

Itiyoophiyaa fi Keeniyaan walitti dhufeenya diiploomaasii ganna 55 dabarsan kabajan.

Qophii ayyaanaa iimbasii Iityoophiyaa Keeniyaa Naayroobii jiru keessatti qophaayerratti bakka buutonni mootummaa lameenii irratti argamanii jiru; Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaa fi Keeniyaan Nagaan Ganna 55 Ollummaan Jiraanne Jechaan Kabajatan