WAASHINGITAN, DIISII —
Maallaqani guddaan seeraa ala Itiyoophiyaa keessaa baasamuu isaa qorannaan haaraan tokko beeksisee jira. Waggoota digdamii toorban dabran keessa karaa seeraa-alaatiin maallaqni doolaara Biliyoona 36 Itiyoophiyaa keessaa ba’uu isaa ka beeksise qorannaan kun karaa itti maallaqichi baasamus tarreessee jira.
Gabaasa Guutuu Caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5