Itiyoophiyaa keessatti Dhukaasa Dhaabinsii Akka Ta'u Amerikaan Gaafataa Jirti

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Greeleen mootummaa Itiyoophiyaa morman sagal aangoo qabachuuf jecha gamtaa tolfachuu isaanii ibsaa fi riphxee looltonni gara Finfinneetti tarkaanfataa yeroo jiran kanatti mummicha ministeetaa Abiyyi Ahmad irratti dhiibbaan dabalaa jira.

Yunaaytid Isteetes gama isheen battalumatti dhukaasa dhabiinsii akka argamuuf gaafataa jirti.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.