Itiyoophiyaa Keessatti Lakkoobsi Namoota Qe’ee Irraa Buqqa’an Ol Aanaa Ta’uun Gabaasame

  • VOA

Baatilee ja’an darban keessa lakkoobsi namoota Itiyoophiyaa keessaa qe’ee ofii irraa buqa’an Sooriyaa keessatti kan galmeessameen ol ta’uu haala buqqaatotaa kan galmeessu jarmayaan sadarkaa addunyaa IDMC beeksisee jira.

Qorannaan kun lakkoobsa buqqaatotaa hedduu qabu kanneen jedhaman biyyoota Afriikaa ja’a keessaa Itiyoophiyaa toora duraa irra kaa’ee jira jechuu dhaan daayrekterrittiin dhaabichaa Aleksaanderaa Bilaak Geneva irraa Tsiyoon Girmaaf ibsaniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaa Keessatti Lakkoobsi Namoota Qe’ee Irraa Buqqa’an Ol Aanaa Ta’uun Gabaasame