WAASHINGITAN, DIISII —
Ibsii waajiira mummicha ministeeraa Abiyyi Ahmad biraa ba'e akka jedhutti humnootiin ittisaa kan biyyatti imaltoota gama daangaan deddebi'an qorachuun omishaalee karaa seeraa dhufan qofa biyya seensiisu
Kana malees humnooyiin nageenyaa hawaasnii walitti dhufeenya dhaabuun addaan akka fagaatuuf guutuummaa biyyatti keessatti kan hojjatan ta'uun ibsamee jira