Itiyoophiyaan Gargaarsii Uummata Miliyoona  Heeddu Akka Dhaqqabuuf Walii Galtee Jirti

  • VOA

FAAYILII - Midhaan qarqarsa nyaataa namoota qindeessan, Humaraa, Tigray, Adoolessa 29, 2021

Mootummaan Itiyoophiyaa fi Riphxee lootonni Tigraay gargaarsii uummata miliyoona hedduu akka dhaqqabuu gochuuf walii galanii jiran.walitti bu’iinsaa fi situ daandii cufee jechuun wal himachuu baatilee hedduuf tureen gargaarsii Kutaa sana dhaqqabu daangeeffamee ture.

Haayyonni hangi tokko akka jedhanti jaarmayoonni gargaarsa dhala namaa raabsan biyyatti gama kaabaa keessa uummata gargaarsa barbaadan dhaqqabuun rakkisaa itti ta’uu mala.

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Gargaarsii Uummata Miliyoona  Heeddu Akka Dhaqqabuuf Walii Galtee Jirti