FINFINNEE —
Itiyoophiyaatti carraaqqii hawaasni Covid 19 ofirraa ittisuuf taasisu xiqqaadha, jechuun Ministariin Fayyaa Itoophiyaa, har’a ibsa kennee jira.
Ministarichi akka ifoomsetti ji'oota jahan darban irratti qorannoo taasisameen Covid 19 ofirraa ittisuuf kaka'umsi hawaasni qabu gad aanaa tahuun beekamee jira.
Keessumaa manneen barnootaa keessatti ofirraa ittisuuf lakkoobsi namoota haguuggii afaanii fi funyaanii kaa’atanii gadi bu'eera jedha ministerichi.
Your browser doesn’t support HTML5