Jireenya Iddoo Kanaa Mannaa Lubbuu Ofii Dhabuu Wayya: Godaantota Keessaa

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Lammiwwan Itiyoophiyaa lakkobsaan hedduu ta’an waltaa tursiisa godaantota Sa’udii Arabiyaa keessatti rakkachaa kan jiran ta’u iyyataa jiran.

Ijooleen haadha waliin qabaman, akkasuumas abbaan warraa fi haatii warraa gargar baafamanii ka'amuu dubbatu. Rakkoon nyaataa, uffataa fi lafa cisichaa akkaan rakkisaa ta’u ibsanii bishaan wuccuu ittiin miccatan dhugna jedhu.

Jilli mootummaa Itiyoophiyaa torban dabree gara Sa’uditti imalee aangawoota biyyatti waliin waa’ee lammiiwwan Itiyoophiyaa kana dubbachuun gabaafamee jira.