Kanneen Mirga Namaa Dhiitan Nama Ajjesuu fi Madessu Itti Fufu

Biyyoota mirga uummataa hin kabajnee kan akka gaanfa Afrikaa keessatti barbaachisummaan gargaarsa hatattamaa ni dabala jechuun komishinarittiin mirga dhala namaa kan Tokkummaa mootummootaa Navi Pillay hubachisan.



Haallii qilleensa uumamaa caama fidee uummata midhe jedhamuus, garuu mootummonni hangi tokko mirga lammiwwan isaanii kabajauuf dirqama irra jiru eegsisuu dadhabuun haala jiru daranuu hameesse jedhan.

Kunis yeroo ammaa biyyoota gaanfa Afrikaa keessa kan jiran uummata kuma 700 fi kuma 50 irratti mul’ataa jira jedhan Navi Pillay.

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa