Irreecha Finfinneetti Ayyaaneffamerratti Kanneen Mormii Dhagessisan “Ergamtoota Shanee ti’ Jedha Mootummaan

Namoota Irreecha Hora Fifninnee irratti sagalee mormii dhageechisaa turan, Onkoloolessa 2, 2021

Irreechaa Hora Finfinnee fulbaana 22 bara 2014 kabajaame irratti namoonni miliyoonaan lakkawamaan hirmataniiru jedhan qophessitoonni sagantichaa.

Kabajaa ayyaanaa Irreechaa Hora Finfinnee kana irratti sagaleen mormii fi mootumaa biyyaa bulcha jiru balalleffatu dhagahamaa ture.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Irreecha Finfinneetti Ayyaaneffamerratti Kanneen Mormii Dhagessisan “Ergamtoota Shanee ti’ Jedha Mootummaan