Keeniyaan Saba Lammummaa Dhabee Biyyattii Keessa Jiraataa Turan Warra Shoonaa’f Eyyama Jireenyaa Kennite

The community in Kenya has been stateless for over 50 years. (photo courtesy: Chief Joshua Kimemia)

Your browser doesn’t support HTML5

Keenyaan Saba Shoonaa biyya isii jiruuf warqata eennummaa kennuuf murteessite

Keeniyaan sanbata darbe kana ummata Shoonaa kan ganna hedduuf biyyattiitti godaanee jiraataa tureef waraqaa eyyama jireenyaa kennitee jirti.

Dur bara kolonii gara Keeniyaa ka dhufan sabni shoonaa eyyama jireenyaa dhabuun keenya rakkoo hedduu nurraan geessise, sun nuu furamuun gamamchuu guddaa dha jechuun dubbatan. Koomishiniin Mirga namoomaa Keeniyaa miseensota saba kana aka biyya Keeniyaa jiraatan adda baasaa jira.