WAASHINGITAN, DIISII —
Keeniyaan tamsa’ina vaayiresii koronaa gad xiqqeessuuf uggura cimaa keessee turte kaaftee torbanneen hanga took booda weerarar marsaa lammataaf saaxilamtee jirti.
Ministriin eegumsa fayyaa Keeniyaa dilbata darbe namoonni 600 haaraan vaayiresii kanaan qabamuu isaanii fi hedduun dhu’uu isaanii erga gabaasanii booda biyyattiin gara haala rakkisaa ta’eetti akka deemtu akeekkachiisan.
Mohammed Yusuuf Naaroobii irraa akka gabaasetti hayyoonni hangi tokko akka dubbatanitti uggura ka’ee ture deebisanii kaa’uun qormaata ta’uu mala.
Your browser doesn’t support HTML5