KFO: Mootummaan Cehumsaa Baatiiwwan 18 Turu Hundeessamuu Qaba 

Paartiin Kongirasii Federaalistii Oromoo yokaan KFOn ibsa baaseen, "Kallattiin amma Itoophiyaan irra jirtu gara diigamsaatti waan taheef, erga mariin biyyaalessaa deemsisamee booda, mootummaan cehumsaa baatiiwwan 18'f turu haa hundeessamu" jedhee jira. Mootummaan Itoophiyaa gama isaan, "Mootummaan amma biyya bulchaa jiru sagalee uummataan kan filatame waan taheef ammatti mootummaan cehumsaa haa hundeessamu waan jedhamu fudhatama hin qabu,” jedha. Tsahaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

KFO: Mootummaan Cehumsaa Baatiiwwan 18 Turu Hundeessamuu Qaba