WAASHINGITAN, DIISII —
Kitaabni Afaan Oromoo "Bu'uura Barreeffama Afaan Oromoo" jedhu Askaalee Tarfaan barreeffamee sanbataa darbe ebbiffame. Kitaabichi barreeffama afaan oromoo jarraa 16ffaa irraa egalee jiru irraatti akka xiyyeffatu barreessituun kitabichaa ibsaniiru.
Ibsa Raadiyoo sagalee Ameerikaaf kennaniin Kitaabni kun gaffii bu'urri barreeffama afaan oromoo maal jedhuf deebii kenna jedhan addee Askaaleen.
Your browser doesn’t support HTML5