AMBOO —
Obbo Xurunaa Gamtaa, miseensa Koree hoji-raawwachiiftuu Paartii Kongirasii Federaalistii Oromoo fi Itti gaafatamaa Waajjira KFOti.Filannoo Itoophiyaatti adeemsifamaa ture ilaalchisee, kitaaba, “Filannoo, Qajeelfama Bu'uuraa fi Shira Xaxaa Raawwii Itoophiyaa Keessaa” jedhu barreessanii jiru.
Muuxannoowwan Filannoo Itoophiyaan yeroo Mootii Haayila Sillaaseetii hanga ammaatti qabduufi dhimma Filannoo irratti Raadiyoo Sagalee Ameerikaa wajjjin gaaffiifi deebii taasisanii jiru.Naakoor Malkaatu haasofsiise
Your browser doesn’t support HTML5