WAASHIGITAN, DIISII —
Naannolee Oromiyaa hanga tokko keessatti qabsoo uummataa karaa nagaa geggeessamu bifa ka biroo qabsiisuuf humnoonni yaalan kan jiran ta’uu Kongresi Federaalawaa Oromoo Ibsee jira.
Issa kenname ilaalchisee obbo Mulaatuu Gammachuu dubbisnee jira.
Your browser doesn’t support HTML5